Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro icon

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro : Curious Learning Org

103

Download Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro APK for Android - Free - Latest Version

Latest Version

Name Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro APK
Version 103
Updated 2020-07-07
Developer Curious Learning Org
ID com.eduapp4syria.feedthemonsterOromo
Installs 3,339
Category Educational

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu! Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha ka


Bulguu Nyaachisii’n bu’uroota dubbisuu ijoollee barsiisa. Tapha keessatti, ijoolleen killee guuruudhaan qubee fi jechoota nyaachisuudhaan killeelee hiriyyoomfatu! Ijoolleen qubee addaan baafachuu baratu, fi jechoota kaasuu fi dubbisuu. Tapha kana taphachuun, ijoolleen barnootaan cimoo tahu, akkasumas jechoota sassalphoo dubbisuuf qophii tahu. Ijoolleen keessan akka baratanii fi milkaawan barbaanna! Bulgicha Nyaachisii’n 100% bilisa. Takka fe’amnaan, Intarneetni sin barbaachisu! Dhaabbiilee barnootaa bu’aa-malee CET, Apps Factory, fi Curious Learning jedhamaniin hojjatame. Iccitummaa: Poolisii Iccitummaa Barnoota Xiinxallii – Bulgicha Nyaachisi Barnoota Xiinxallii akka ijoolleen hunduu mobaayila irratti barachuu danda’an dandeessisuuf hojjanne. Iccitummaan ijoollee fi maatii isaaniitiif barbaachisaa tahuu ni hubanna. Fuulli kun odeeffannoo akkam akka sassaabnu, akkamitti akka fayyadamnu, fi tiikfama isaa akkatti eegsifnu siif ibsa. HOJUMAATONNI BARNOOTA XIINXALLII ODEEFFANNOO AKKAM SASSAABU? Odeeffannoo akkaataa lamaan sassaabna: hujumaata keessaa maal akka fayyadamtuu fi yeroo hujumaata irratti cuqaaftu sassaabna, fi iddoo hujumaanni keenna itti fayyadamamu baruuf iddoo ati jirtu ni barra. Odeeffannoo dhuunfaa kan sii fi ilma kee rakkoof saaxilu kan akka maqaa fi lakkoofsa bilbilaa hin sassaabnu. BARNOONNI XIINXALLII ODEEFFANNOO SASSAABU AKKAMITTI FAYYADAMA? Daataa hujumaata keessaa hujumaata keenya fooyyessuu fi iddoo hujumaanni keenya itti fayyadamamu baruuf sassaabna. Fakkeenyonni akkaataa itti daataa kee fayyadamnu hangi tokko isaan asii gadiiti: Qo’attoota akkaataa hujumaata barnootaaf itti fooyyeffamu qo’ataniif ni hirra. Bu’aan qo’annoo kanaa barsiisotaa fi qo’attootaaf gama konfaransootaa fi maxxansamaan ni raabsama. Daataa argannu hubannotti jijjiiruuf ni sakattaana, fakkeenyaaf, hujumaata keessaa tapha kamtu irra taphatamaa baruuf. BARNOONNI XIINXALLII AKKAMITTI SIIF ODEEFFANNOO KEE TIIKSA? Hujumaanni Barnoota Xiinxallii odeeffannoo dhuunfaa saaxiloo tahan hin sassaaban. Akkaataa itti itti fayyadamnu sarvaroota keenyarra keenya, Fulbaana 2017 irraa eegalee Amazon kaahamu. Qo’attoonni kun daataa kanneen argachuuf walii-galtee gamtummaa kan poolisii itti-fayyadamiinsa daataa fi nagummaa dataa Barnoota Xiinxallii wajjiin mallatteessuu qabu. QUUNNAMTII Gaaffii, dhimmama, yk yaada poolisii iccitummaa kanarratti yoo qabaatte, maaloo [email protected] irratti nu quunnami. ----- Feed The Monster teaches children the fundamentals of reading in Oromo. Collect monster eggs and feed them letters so they can grow into new friends! WHAT IS FEED THE MONSTER? Feed The Monster uses proven ‘play to learn’ techniques to engage kids and help them learn to read. Children enjoy collecting and growing pet monsters while learning reading fundamentals. FREE TO DOWNLOAD, NO ADS, NO IN APP PURCHASES! All content is 100% free, created by literacy nonprofits Curious Learning, CET, and Apps Factory. GAME FEATURES TO PROMOTE READING SKILLS: • Fun and engaging phonics puzzles • Letter tracing games to aid reading and writing • Vocabulary memory games • Challenging “sound only” levels • Parental progress report • Multi-users login for individual user progress. • Collectable, evolvable, and fun monsters • Designed to promote socio-emotional skills • No in-app purchases • No ads • No internet connection needed DEVELOPED BY EXPERTS FOR YOUR CHILD. The game is based on years of research and experience into the science of literacy. It incorporates key skills for literacy, including Phonological Awareness, Letter Recognition, Phonics, Vocabulary, and Sight Word Reading so kids can develop a strong foundation for reading. Built around the concept of caring for a collection of monsters, it is designed to encourage empathy, perseverance and socio-emotional development for children.

Read more

More From Developer

icon

Feed The Monster (US English)

Free

icon

Feed The Monster (Australian E

Free

icon

Feed The Monster (Arabic)

Free

icon

Маро сер кун (тоҷикӣ)

Free

icon

Feed The Monster (African Eng)

Free

icon

Tyisa umhlobo wam (isiXhosa)

Free

icon

Fahano ny Mpilalaonao (Malagas

Free

icon

Feed The Monster - Indian Eng

Free

icon

Feed The Monster (Turkish)

Free

icon

Feed The Monster (isiZulu)

Free

icon

Feed The Monster (Marathi)

Free

icon

Feed The Monster (Portuguese)

Free

icon

Feed The Monster (Ukrainian)

Free

icon

به هیولا غذا بده (فارسی)!

Free

icon

Feed The Monster (Amharic)

Free

icon

Nyika xinghungumane xa wena sw

Free

icon

Feed The Monster (Spanish)

Free

icon

بلا ته خواړه ورکړئ (پښتو)

Free

icon

Ciyar da dodo (Hausa)

Free

icon

Feed The Monster (Afrikaans)

Free

icon

Curious Reader

Free

icon

fun ẹranko abami ni ounje! (Yo

Free

icon

Feed The Monster! (French)

Free

icon

Feed The Monster (Nepali)

Free

icon

Ma Kakai No Aduane (Twi)

Free

icon

Efa Kgolomodumo Dijo (SePedi)

Free

icon

Feed The Monster (Kiswahili)

Free

icon

Feed the Monster! (South Afric

Free

icon

Feed the Monster (Hindi)

Free

icon

Feed The Monster (Georgian)

Free

icon

Yiphe Lenunu (siSwati)

Free

icon

Pakani Monster (Wong Jawa)

Free

icon

(کوردی)وەحشەکە تێر بکە

Free

icon

Jesa Kgogomodumo (Tswana)

Free

icon

Feed The Monster (Bangla)

Free

icon

Quudi Cirfiidka! (Af Soomaali)

Free

icon

Gaburira Igikoko (Kinyarwanda)

Free

icon

Bulgicha Nyaachisi! (Afaan Oro

Free

icon

Liisa Ensolo! (Oluganda)

Free

icon

nye ogologo anu nri! (Igbo)

Free

icon

Kanzwane ḓithu ḽaṋu (Tshivenda

Free

icon

Fepa Sebata (Sesotho)

Free

icon

Feed The Monster! (Vietnamese)

Free

icon

Feed The Monster (Azerbaijani)

Free

icon

Nouri mons la! (Kreyòl Ayisyen

Free

icon

Dyisa Chigoritoto! (chiShona)

Free

icon

Pakainin Ang Halimaw (Tagalog)

Free

icon

Feed The Monster (Malay)

Free

icon

Funza Inunu (isiNdebele)

Free

icon

Feed The Monster (Thai)

Free

icon

Joxàl mala bi mu lekk! (Wolof)

Free